atom
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- atoomii ===Cibra===
maqaa yookaan cibra
- (Keemistirii) * atoomii, suudoo baayyee xixiqqoo bu'uura elementii fi chaarji dhabeessaa ta'ee amaloota keemikaalaa elementichaa ibsu dha.
- (Keemistrii, Fiiziksii) * atoomii, suudoo xiqqoo elementii tokkoo kan ofumaan jiraachuu ykn suudoo biroo waliin wal-nyaatinsa uumuun argaman dha. Atoomii keessa suudolee xiqqishoo akka eleektiroonii fi pirootooniitu argama.