Jump to content

bat

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. liccee, muquxxaayii, ulee gabaabduu
  2. lillixa, simbira halkanii, duduba ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Baayooloojii) * sinbira halkanii, gosa hoosiftoota balali'aniiti. Koochoo qabaachuun yommuu balali'an, ilmoo dhaluun aannaniin guddisu. Baay'inaan halkan waan ba'aniif sinbira halkanii jedhamuun beekamu.

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'