Jump to content

disk

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. baxxee ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Kompiyuutara) * baxxee, meeshaa kuusaa daataa hangaan qoqqoodamee jiruu fi tartiitabaan daataa irratti kuufame qabee kan taa'u dha. Baxxeen kompiyuutara keessatti haguugamee akkasumas alatti ni argama. Fkn: baxxee kompiyuutara keessaa (internal hard disk), baxxee alaa, (flash disk) fi kkf dha.

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'