BBC News, Afaan Oromoo - Oduu
Oduu
Yeroo muddamni cimetti Obasaanjoon gara Maqalee imaluun maal akeeka?
Pirezidaantiin duranii Naayijeeriyaafi dhimma Gaanfa Afrikaarratti bakka bu'aa Gamtaa Afrikaa kan ta'an Oliseegun Obasaanjoo Kamisa, Waxabajjii 11, gara Tigraayitti imaluun duta TPLF kan ta'an Dabratsiyoon Gabramikaa'el waliin mariyataniiru.
Pireezidantiin Somaaliilaand daawwannaa hojii jalqabaan Israa'el galan
Pireezidantiin Somaaliilaand Abdiiraamaan Mohaammad Abdulllaahii Dilbata har'aa Buufata Xiyyaaraa Teel Aviiv Been Guuriyoon qaqqaban. Hogganaan Somaaliilaand Israa'el daawwachuun kan jalqabaati.
Fifa'n murteessaa kubbaa miilaa Somaalii kaffaltii Waancaa Addunyaa guutuu isaa kennuufi
Murteessaan kubbaa milaa Somaaliyaa Omaar Artaan Waancaa Addunyaa murteessaa tahuun hirmaachuuf ture boodarra Ameerikaa akka hin galleef dhorkame kaffaltii dorgomichaa guutuu argachuufi.
Maqaan Tiraamp gamoo Wiirtuu Keneedii irraa akka ka'uu dhaddachi ajaje
Maqaan Pireezidantii Ameerikaa gamoo Wiirtuu Keneedii Waashingitan Diisii jiru fuuldura jiru ajaja mana murtiin kaafame.
Siwiizarlaand uummatashee miiliyoona 10tti daangessuuf sagalee kenniteen yaada kana kuffiste
Biyyi tokko lakkoofsa uummataa qabdu daangessuu dandeessi? Lammiileen Siwiizarlaand uummata biyyattii miiliyoona 10tti murtessuuf Dilbata har'aa sagalee kennuuf jiru.
Namoonni Waancaa Addunyaarratti meeshaalee taphattoota Ingilaand doolaara 18,000 baasu saamuun shakkaman himataman
Saamicha taphattoota garee biyyaalessaa Ingilaand irratti raawwateen namoonni hidhata qabu jedhamuun shakkaman himatamuun ibsameera.
Tiraamp US fi Iraan Dilbata waliigaltee mallatteessu jedhe, Iraan yeroo irratti shakkii uumte
Pirezidantiin US Doonaald Tiraamp waliigalteen US fi Iraan Dilbata har'aa (Waxabajjii 14, 2026) mallattaa'a jedhe, Iraan garuu yeroo waliigalteen kun itti mallattaa'u irratti shakkii uumteetti.
Rakkoo addunyaarratti mudataa jiruun diinagdeen Ameerikaa maaliif gadi hin bu'u?
Ogeeyyiin diinagdee hedduun goolama addunyaa mudateen hunda caalaa diinagdee Ameerikaatu miidhama kan jedhu eegu. Haata'u malee diinagdeen Ameerikaa akkaataadhuma eegamuun guddina itti fufe malee kufaatiif hin saaxilamne.
Dubartoonni 'ispermii karaa miidiyaa hawaasaan arjoomamuun goyyoomfamaa jiru'
Women desperate to be parents are being lured by illegal sperm donor delivery services on social media.
Biyyoota shan bara 2026 nagaafi tasagabbii qaban keessa jiraachuun maal fakkaata?
Waraana Addunyaa Lammaffaan booda yeroo ammaa addunyaa irratti yeroo lolli iddoo garagaraatti dabalee dha. Jiraattonni Ayislaand, Niiwziilaandiifi kaan maaliif garuu biyyisaanii akka nagaa qabu himu.
Waancaa Addunyaa 2026: Ramaddii, sagantaa taphaafi qabxii kallattiin
Waancaa Addunyaa 2026 ilaalchisee: Sagantaa taphaa garee isa kamitu kam waliin akka taphatu, guyyaafi saatii isaa, akkasumas qabxiiwwan jiran kallattiin akka itti aanutti qophaa'eera.
Meesii, Maradoonaa, Zinaddiin moo Peelee? Jajjaboowwan Kubbaa miilaa waancaa Addunyaarratti ifan
Waancaa Addunyaa marsaa 22 taphatamee fi jaarraa tokkotti dhihaatu fulla'e, kan taphattoonni kumaatamni irratti hirmaatan keessaa taphattoota jajjaboo kudhan filachuun waan ulfaataadha. Garuu hanga danda'ame isaan kunneen filatamaniiru
BBC Afaan Oromoo TikTokiin dhufe, hordofaa
Odeessa bakka biraatti hin arganne, hawwatoofi isin maalalchiisan argachuuf nama jalqabaa ta’aa
YouTube BBC Afaan Oromoo
Viidiyoo, Tottoobaa: Ogeessa muuziqaa Oromoo weellistoonni leellisan, uummatni hin beekne
Tottoobaa Margoo jedhama. Ogeessa Muziiqaa yoo ta'uu hiriyyaa dhiyoo weellistoota akka Daawwitee Mokonnin, Hirphaa Gaanfureefi Eebbisaa Addunyaa ture.
Viidiyoo, Mana Barnootaa Injinar Taakkeleen ijaarsisan maaltu adda godha?
Kantiibaan magaalaa Finfinnee duraanii Injinar Taakkeleee Uumaa bakka dhalootasaanii Gooroosooleetti Manni Barnootaa haaromsan dinqisiifatamaa jira.
Viidiyoo, Maatii Leencoo Lataa fi gatii qabsoo...
Obbo Leencoo Lataa waggoottan 50 darban qabsoo keessatti dabarse, ijoolleesaafi haati warraa isaa, miidhaa qabsoon kun isaan irran ga'e himu.
Viidiyoo, Oolmaa Aadde Adaanech waliin: Gola Finfinnee daawwachaa gaaffii keessaniif deebii argattu
BBC Afaan Oromoo kantiibaa magaalaa Finfiinnee waliin oolmaa guyyaa tokkoo taasiseera. Gaaffilee ciccimoo gaafanneerra. Daawwadhaa
Viidiyoo, Magaalaa Hoolataatti abbaan seeraafi himattuun dhaddacharratti ajjeefaman
Haati warraasaa duraanii battalatti yoo duutu, Abbaan Seeraa hospitaal osoo hin gahiin lubbuun isaanii darbe.
Viidiyoo, MM Abiy fi Pirof. Mararaa filannoorratti yaadni isaanii waldarbe
Filannoon Biyyaalessaa Itoophiyaa 7ffaa guyyoota muraasa booda gaggeeffama.
Viidiyoo, Guyyaa walabummaa Ertiraarratti Isaayyaas waan hin eegamne dubbatan
Guyyaan walabummaa Eertiraa bara kanaa wayita US qoqqobbii Asmaraarra jiru kaasuuf murteessitetti kabajame.
YouTube BBC Afaan Oromootti makamaa
Maaltu haasa'ama?
'Bu'aan filannoo diraamaa dursee hojjetamedha yaadi jedhu dhugaarraa kan fagaatedha'
Waajjirri Ministeera Muummee Itoophiyaa haala yeroo irratti ibsa baasuun Facebook isaarratti maxxanseen dhimma filannoorratti xiyyeeffateera.
Sagalee, Oduu BBC Afaan Oromoo
20:49 EAT - 21:04 EAT
Pirezidantiin Ertiraa ji'oota keessatti yeroo lammataaf gara Kaayiroo imale
Pirezidantiin Ertiraa Isaayyaas Afawarqii daawwannaa guyyaa sadii turuuf gara magaalaa guddoo Masirii, Kaayiroo deemeera.
Haleellaan shororkaa finxaaleyyii keessaa fi alaan Itoophiyaatti yaalame fashalaa'eera- Min. Nagaa
Ministeerri nagaa Itoophiyaa haala nageenyaa waktaawaa fi filannoo gaggeeffame irratti ibsa miiidyaaleef kennanniiru.
Aarsaa maatiin Obbo Leencoo Lataa qabsoo Oromoof kaffalan
Gatiin qabsoo garuu aarsaa qabsaa'aa dirree qabsoo bahe sanaarratti qofa dhaamee hin hafu. Ilmaan, maatiin, aantee, hiriyoonnii fi gosti nama qabsoof bahe kanaa golgaa seenaatiin duubatti wareegama gatii jabeessa baasu.
'Ajjeechaa Arsiitti tibbana mudateef mootummaafi WBOn quba walitti qaban'
Godiina Arsii aanaalee laama lama keessatti tibbana ajjeechaa namoota nagaarratti raawwate ilaalchisee mootummaan Naannoo Oromiyaa hidhattoonni Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) raawwachuu himate.
Oduufi xiinxalli kallattiin akka isin bira gahuuf Chaanaalii WhatsApp BBC hordofaa
Amma karaa kanaan Oduuwwan Ammee ijoo, xiinxalaa fi odeessaalee adda addaa karaa BBC News Afaan Oromootiin kallattiidhaan WhatsApp keessan irratti argachuu dandeessu.
'Akka lammii tokkotti yoo ta'e malee fedhii dhuunfaa hinqabu' - Aadde Adaanech
Godina Arsii Aanaa Asakoo keessatti dhalatanii kan guddatan Aadde Adaanach Abeebee, dubartoota dirree siyaasaa Itoophiyaa keessatti adda durummaan mul'atan keessaa tokko.
Filannoo biyyaalessaa Itoophiyaarraa maal haa eegnu?
Filannoon Biyyaalessaa Itoophiyaa marsaa 7ffaa guyyoota muraasa booda adeemsifama.
Waraanamoo araara? Wantota afur mootummaafi TPLF gidduutti uumamuu malan
Haala mootummaa federaalaafi Naannoo Tigraay gidduu jiru yoo ibsan ''waraanni eegaleera'' jedhu hayyuun heeraa siyaasa Itoophiyaa itti dhiheenyaan hordofan Dr Adam Kaase.
Raayyaan Ittisa Biyyaa dhimma 'Tsimdoo' ilaalchisee hawaasa dippilomaasii Finfinnee jiruuf ibsa kennuu hime
Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa sochii "Tsimdoo" jedhamuun wal-qabatee, yaaddoon "birmadummaa Itoophiyaa" irratti aggaamamu' yoo jiraate tarkaanfii fudhatu ilaalchisee hawaasa dippilomaasii biyya keessa jiruuf beeksisuu isaa ibse.
'Maatiikootti ergan ajjefame itti himamuu wayya' - Lammiilee Itoophiyaa Sa'udiitti du'a eeggataa jiran
Himannaan isarratti dhiyaate erga mirkanaa'een booda duuti akka irratti murtaa'eeefi seera Shari'aan murtoon hojiirra akka oole eeruun ''adabbiin du'aa kuni Bitootessa 13/2028 bulchiinsa Asiir keessatti raawwatameera,'' jedha.
Ispoortii
Qarqara du'aatii hanga goota Waancaa Addunyaatti - imimmaan Raawul Himenees Meeksikoof lola'e
Galgalli kaleessaa guyyaa Raawul Himenees jireenyasaa guutuu eegaa tureedha. Garuummoo galgalli kun taatee waggoota muraasa dura isa mudateen yoo ilaalamu waan dhugoomu hin fakkaatu ture.
Kaardii diimaa sadii tapha jalqabaarratti - Waancaa kanarratti daanyoonni garaa jabaataa jiruu?
Waancaa Afrikaa baranaarratti tapha baniinsaan kaardiin diiman sadi kennamuun waggaa 20 booda deebi'ee kan mudateedha.
Biyoonni Afrikaa hanga ammaa maaliif Waancaa Addunyaa mo'achuu dhaban, fuulduratti hoo abdii qabuu?
Osoo Morookoon bara 2022tti xumuraaf hin gahin dura biyyoota Afrikaa keessaa sadi qofaatu nuusa xumuraaf qaqqabe- Kaameeruuun bara 1990, Seneegaal bara 2002, Gaanaa bara 2010tti.
Murteessitootni Afrikaa Waancaa Addunyaa 2026 akka taphachiisan filaman eenyu fa'i?
Waancaa Addunyaa 2026 Ameerikaa, Meksiikoo fi Kanaadaan qopheessan irratti murteessitoota 52tu addunyaarraa filame.
Iraan miseensonni fi hooggantoonni garee kubbaa miillaa ishee US seenuu dhorkamuu himte
Ameerikaan miseensota garee kubbaa miillaa Iraan keessatti lafee dugdaa ta'an viizaa dhowwachuu ilaalchisee Iraan irraa himannaan dhihaateera.
Miira waldorgomuu seenaa kubbaa miilaa jijjiire
Taphataan lammii Biraaziil Kaakaan bara 2007 yeroo taphataa cimaa FIFA injifatu namni fuula duratti seenaa kubbaa miilaa keessatti ijoo ta'uu danda'u cinaasaa dhaabbatee ture.
Gareen Biyyaalessaa Iraan viizaa US argate
Gareen Biyyaalessaa Iraan Waancaa Addunyaaratti hirmaatu viizaa US argachuusaa aanga'oonni Waashingitan mirkaneessan.
Taphattoota ciccimoo Afrikaa torba kan Waancaa Addunyaa 2026 irratti akkaan eegaman
Yeroo jalqabaatiif ardiin Afrikaa Waancaa Addunyaa guyyoota muraasa booda eegalurratti biyyoota 10nin bakka bu'uun hirmaatti.
Waancaa Addunyaa 2026 waan beekuu qabdan
Seenaa Waancaa Addunyaa keessatti isa baayyee guddaadha jedhamee eegamu kana ilaalchisee taphoonni kunneen eessatti gaggeeffamu, tikkeettii akkamiin argachuun danda'ama, kanneen jedhaniifi odeeffannoo biroo baruu qabdan akka itti aanutti isiniif dhiyaateera.
Shakiiraan baniinsa Waancaa Addunyaa irratti weellisuuf, garuu Waakaa.. Waakaa.. miti
Maqaa guutuu ishee Shakiiraa Isaabel Mebaaraak jedhama. Shakiiraa jechi jedhu afaan Arabaa yoo tahu ''Galata'' ykn Galatee akka jechuuti. Maqaan ishee Afaan Arabaan kan moggaafames sababa qaba.
Seerota haaraa Waancaa Addunyaa: Rukuttaa koornaa, karra eegaan yeroo gubuufi afaan haguuganii dubbachuu
Boordiin Waldaa Kubba Miilaa Idil-Addunyaa (IFAB) Waancaa Addunyaa baranaa dursee seerota gurguddoo baaseera.
Jaalallee haaraa Lamiin Yamaal baafate eenyu?
Taphataan baarseloonaa Lamiin Yamaal jireenya dhuunfaa isaa kubbaan ala jiru ariifatee gara miiidyaatti fiduun isaa akka inni ajandaa tahu isa godheera.
BBC Afaan Oromoo Chaanaalii WhatsApp gubbaan hordofaa
Walitti bu'iinsa
Jiruufi Aartii
Daataa qusachuu barbaadduu?
Daataa qusachuuf yeroo tokko tokko fuula barreeffama qofaa keenyaa ilaalaa.









































![Artaan Omaar [Somaaliyaa], Piiree Aachoo [Gaabon], Musxafaa Gorbaal [Aljeeriyaa]](/web/20190509160520*/https://medium.com/@ddrogan/libertys-https-ichef.bbci.co.uk/ace/ws/240/cpsprodpb/1510/live/48f184b0-63ee-11f1-b1db-af71d47507d6.jpg.webp)





















































